QUBA QABDUU? = = = = = = = = = 1. Warri Awurooppaa saba Oromoo ilaalchisee akkas jedhanii akka barreessan:“Sabni Jarmanii qaroomina Awurooppaatiif gahee guddaa gumaacheera, akkas umas sabni Oromoo guddinaa fi qaroomina Afrikaatiif gahee guddaa taphateeera”. 2. Umuriin sirna Gadaa dimookraasii Giriik waggaa 3500 oliin caaluusaa. 3. Sirna guddifachaa kan jalqaba uumee fi addunyaa kan barsiise Oromoota ta’uu isaa. 4. Sirna gaadanii diinaan loluu (goruella fighting) kan fide saba Oromoo ta’uusaa. 5. Seenaa Maraatoonii keessatti dhiiranis ta’ee dhalaan ardii Afrikaa fi biyya kana yeroo jalqabaaf iddoo bu’anii kan mo’atan Oromoota ta’uu isaanii. 6. Bara durii mootiin Jarman tokko bareedina shamarree Oromootiin booji’amee akka fuudhe, isheenis Bilillee ykn Mahibuubaa ta’uushee. 7. “The highlanders of Oromo horse men played an international game in Adawa victory” jedhamee akka barreeffame. 8. Yeroo jalqabaaf kan bunni biyya isaatti margee fi akka bunni dhugamuu ykn qalamu kan baree fi ba...