Skip to main content

Xalayaa

  Bishaan baay'een 

    Ibidda jaalala hin dhaamsu!

Xalayaa Jaalala Jaalallee kootiif Sami iirra teesse Lafa kanarra ejjete jirta Anis si keessa atis anaa Keessa jirta Baay'een si jaalladha Atis na jaallata Lubbu kee naaf Kennite garuu Ani sin gaddisise Natti araarami Natti araarami Natti araarami!!!!

ATI anaaf ibsaa jireenya kooti
For Jesus letter
Iyesus koo tiif
By bedasa.F
2016#Jesus




Comments