Skip to main content

Quba Qabdu

 QUBA QABDUU?

= = = = = = = = =

1. Warri Awurooppaa saba Oromoo ilaalchisee akkas jedhanii akka barreessan:“Sabni Jarmanii qaroomina Awurooppaatiif gahee guddaa gumaacheera, akkas
umas sabni Oromoo guddinaa fi qaroomina Afrikaatiif gahee guddaa taphateeera”.

2. Umuriin sirna Gadaa dimookraasii Giriik waggaa 3500 oliin caaluusaa.

3. Sirna guddifachaa kan jalqaba uumee fi addunyaa kan barsiise Oromoota ta’uu isaa.

4. Sirna gaadanii diinaan loluu (goruella fighting) kan fide saba Oromoo ta’uusaa.

5. Seenaa Maraatoonii keessatti dhiiranis ta’ee dhalaan ardii Afrikaa fi biyya kana yeroo jalqabaaf iddoo bu’anii kan mo’atan Oromoota ta’uu isaanii.

6. Bara durii mootiin Jarman tokko bareedina shamarree Oromootiin booji’amee akka fuudhe, isheenis Bilillee ykn Mahibuubaa ta’uushee.

7. “The highlanders of Oromo horse men played an international game in Adawa victory” jedhamee akka barreeffame.

8. Yeroo jalqabaaf kan bunni biyya isaatti margee fi akka bunni dhugamuu ykn qalamu kan baree fi barsiise saba Oromoo ta’uusaa.

9. Saba addunyaa kana keessaa yeroo Herreega urjiitiin Oromoon, “Dhaha Dhahuu” jedha. Kan dandeettii kana qaban saba Oromoo, Chaayinaa, Hindii fi Maayaa qofa ta’uusaa.

10. Akka Oromoon itti bulu, akka seera uumamaa eegee jiraatu, akka daa’ima itti guddisu, akka diina itti ofirraa lolu, akka itti wal kabajee jiraatu fi kkf…. Seera kan baase Oromticha Makoo Bilii ta’uusaa.

11. Seenaa Olompiikii keessatti dhiiranis ta’ee dhalaadhaan meetira 10,000 fi 5,000 yeroo tokkotti lamaaninuu kan mo’atan atileetota Oromoo ta’uu isaanii (Qananiisaa fi Xurunash).

12. Yeroo jalqabaaf akka Minilik mana fincaanii qotee itti fayyadamuu kan barsiise mootii Oromoo Jimmaa (Abbaa Jifaar) ta’uusaa.

13. Oromtichi Proofeesar Gabbisaa Ejjetaa yeroo dhiyoo kana sanyii bishingaa (boobee) irratti qorannoo gaggeesseen nama badhaafame yoo ta’u ardii Afrikaaf nama lammaffaa ta’uusaa.

14. Yeroo jalqabaaf xiyyaara biyya kana dhufe paayiletiin balaliise Oromoo ta’uusaa.
#follow me

Comments

Popular posts from this blog

HIR KOO KUTAA 30FFAA360p

hirkoo ffaa kutaa 30ff daawwadhaa

html login form

 <!DOCTYPE html> <html> <head> <meta name="viewport" content="width=device-width, initial-scale=1"> <style> body {font-family: Arial, Helvetica, sans-serif;} form {border: 3px solid #f1f1f1;} input[type=text], input[type=password] {   width: 100%;   padding: 12px 20px;   margin: 8px 0;   display: inline-block;   border: 1px solid #ccc;   box-sizing: border-box; } button {   background-color: #04AA6D;   color: white;   padding: 14px 20px;   margin: 8px 0;   border: none;   cursor: pointer;   width: 100%; } button:hover {   opacity: 0.8; } .cancelbtn {   width: auto;   padding: 10px 18px;   background-color: #f44336; } .imgcontainer {   text-align: center;   margin: 24px 0 12px 0; } img.avatar {   width: 40%;   border-radius: 50%; } .container {   padding: 16px; } span.psw {   float: right;   padding-top: 16px; } /* Change styles for sp...

Eid Mubarak

  🙎🙍🙍🙎🙍 🙎🙍 🙎🙍🙎  Baga geessan Eid Mubarak Kan Barana Kan bara egere! 2016